Wednesday, June 27, 2018

Itiyoophiyaan boba’aa hin calaalamne baasuu eegaluufi

Itiyoophiyaan boba’aa hin calaalamne baasuu eegaluufi
=========================================
Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad ibsa ammaan tana Miidiyaaf kennaanin Itiyoophiyaa boba'aa baasuun gabaa dhiyeessuf jedhan.
Dhaabbanii Chaayinaa Poolii Joosii’el jedhamu naannoo Somaaletti boba’aa fi gaazii baasuf kan ramadame yoo ta’u, naannoo boba’aa baasutti gaaziin umaamaa kuufamee jiru kiyuubii tiriiliyoona 6 hanga 8 ta’uu akka danda’u tilmaamee jira.
Boru boba’aan hin calaalamne gara Finfinneetti geejjibsuun warshaalee simiintof kan raabsamu ta’uu Dooktar Abiyyi himan.